Jimma
Appearance
| Magaalaa Jimmaa | |||
|
| |||
| Biyya: | Itoophiyaa | ||
| Naannoo: | Oromiyaa | ||
| Godina: | godina Addaa Jimmaa | ||
| Aanaa: | Qarsaa | ||
| Ganda: | |||
| Ol ka'iinsa: | 1,780 m | ||
| Baayyina ummataa: | 207,573 | ||
| Tuuta'insa ummataa: | |||
Jimma magaalaa guddaa kibba-lixa Itoophiyaa yoo ta'u Finfinneerraa km330 fagaatee argama. Jimmi, nannoo Oromiyaa keessatti godina addaa yoo ta'u godina Jimmaatin marfamee argama. Magaalaan kun loongitiyuudi fi laatitiyuudii 7°40′Ka 36°50′B irratti argamti. Filannoo bara 2007 dura, Jimmi akka godina addaatti qoodamte.
Dhugaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Jimmaa
| Godinaalee Oromiyaa[1][2] |
| Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa |
Shabee sombon mogasaa maqaa namaa iran yoo ta.u maqaa namaa shabbe jidhamuu irra kan moga.edhaa awol kadir lakkofsaa bilbilaa 0914085782
- ↑
- ↑ "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).