Asaangira
Appearance
| ?Asaangira | ||||||||||||||
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| odeeffannoo saayinsaawaa | ||||||||||||||
| ||||||||||||||
| ''Datura stramonium'' L. | ||||||||||||||
|
Asaangirri (Datura stramonium) baala waggaa ka'ee kan argamu yoo ta'u, giddu galeessaan dheerinni isaa seentimeetira 30 hanga 150 (miiti 1-5) kan ta'ee fi jirmaisaa ka'ee, kan rooma'aafi dhilgee kan qabu dha. Baaloonni isaanii guddaa, dheerinni isaanii seentimeetira 7 hanga 20 (3-8 in) kan ta’ee fi ilkaan isaanii sirrii hin taane kan qabani dha
Daraaroonni isaanii boca xurumbaa, adii hanga diimaa, fi dheerinni isaanii 2-7 dha. Fuduraan kun hamma walnut, boca hanqaaquu kan qabuu fi citaadhaan kan haguugame yoo ta’u, golee afuritti kan qoodaman yoo ta’u, tokkoon tokkoon golee sanyii gurraacha xixiqqoo kudhan hedduu qaba
